Abdurahamaan Muummee Usmaan; piroof Garramaaw Caalaa; Dr. Imaanaa Bayyanaa
(Haramaya University, 2024-08)
Durarratti Rabbii kiyya kan na uumee na jiraachisee asiin nagaheef Alhamdulillaah jechuun
barbaada. Itti aansuun, gorsitoota koo kan hifannaa tokko malee beekumsaafi muuxannoo qaban
osoo hin qusatin yeroo isaanii aarsaa ...