| dc.contributor.author | Damissee Kabbadaa, Gannanaa | |
| dc.contributor.author | Abdoo, (garg prof) Mohammad | |
| dc.date.accessioned | 2021-04-15T03:41:11Z | |
| dc.date.available | 2021-04-15T03:41:11Z | |
| dc.date.issued | 2020-08 | |
| dc.identifier.uri | http://localhost:8080/xmlui/handle/123456789/3605 | |
| dc.description | 76p. | en_US | 
| dc.description.abstract | Qorannoon kun mata-duree “Mammaaksota dhimmoota jaarsummaafi araaraa keessatti” jedhurratti kan gaggeeffameedha. Kaayyoon qorannoo kanaa, mammaaksota jaarsummaa keessatti dhimmi itti bahamu funaanun qaaccessuudha. Qorannoon kun qorannoo akkamtaa waan ta’eef mala ibsaatiin kan dalagameedha. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkoffaafi madda ragaa lammaffaa yoo ta’u, akka madda ragaa tokkooffaatti maanguddoota waa’ee mammaaksaa irratti beekumsaa gahaa qabaniif dubbii jaarsummaa keessatti hirmaatan irraa kan funaanameedha. Akka madda ragaa lammaaffatti ammoo, harshammeewwan dhimmoota mammaaksaa irratti barreeffamanii jiran funaanudhaan odeeffannoon kan irraa argameedha. Meeshaleen odeeffannoon ittin funaaname mala afgaaffiif sakatta’a harshammeewwaniiti. Malli iddatteessuu hojiirra oole miti carraa yoo ta’u, mala miti-carraa keessaa mala iyyaafataatu dhimma bahame. Malli xiinxala ragaalee odeeffannoo argaman jechootatti fayyadamuudhaan karaa barreeffamaan kan qaacceffamaniidha. Ragaaleen karaa garagaraatin walitti qabaman qabiyyeen, ergaafi faayidaalee isaanitiin kan xiinxalamaniidha. Cuunfaa, argannoofi yaadni furmaataa qorannoo kanaa guutummaatti boqonnaa 4ffaa keessatti wantoota argaman irratti kan xiyyeffateedha | en_US | 
| dc.description.sponsorship | Haramaya University | en_US | 
| dc.language.iso | en | en_US | 
| dc.publisher | Haramaya university | en_US | 
| dc.title | MAMMAAKSOTA DHIMMOOTA JAARSUMMAAFI ARAARAA KEESSATTI: GODINA ARSII AANAA HEEXOSAA | en_US | 
| dc.type | Thesis | en_US |