XIINXALA WEELLUU BUXXUULAA OROMOO ARSII AANAA QOREE

Show simple item record

dc.contributor.author Dammishuu, Ijaaroo
dc.contributor.author Bayyanaa, (PhD) Imaanaa
dc.contributor.author Abdoo, (Garga Piros) Muhaammad
dc.date.accessioned 2022-03-31T05:53:27Z
dc.date.available 2022-03-31T05:53:27Z
dc.date.issued 2014-01
dc.identifier.uri http://ir.haramaya.edu.et//hru/handle/123456789/4938
dc.description 71p. en_US
dc.description.abstract Kaayyoon qorannoo kanaa weelluu buxxuulaa xiinxaluudhaan dhaloota dhufufuuf bifa barreeffamaatiin olkaahuudha. Mata duree kanarratti qorannoon kun akka gaggeeffamuuf ka’umsa kan ta’ e, weelluun buxxuulaa afaaniin darbuun ala ragaa barreeffamaan qindaa’e dhabuufi ammayyummaa sababeeffachuun weelluun buxxuulaa sardakaa duraan jiru irraa gadi bu’aa adeemuun sadarkaa dagatamuurra ga’uu isaati. Qorannoon kun gosa qorannoo sanyabsaati. Saxaxni qorannoo kanaa immoo akkamtaadha. Qorannoo kana keessatti qorataan iddattoowwan qorannoo isaaf mijatu filateera. Kanaanis gosoota iddatteessuu miti carraa fayyadamuu danda’eera. Gosoota iddatteessuu miti carraa keessaa mala iddatteessuu akkaayyootti kan gargaarameedha. Meeshaalee funaansa ragaalee keessaa afgaaffii, daawwannaafi marii gareen hojiirra kan oolame ta’ee odeeffannoowwan meeshaalee kanneeniin walitti funaanaman mala ibsaan xiinxaalamaniru. Adeemsa xiinxala qorannoo kanaa keessatti argannoowwan bira ga’aman weelluun buxxuulaa weelluu jaalalaa ta’uu, weelluun buxxuula dhimmoota akka diinagdeefi hawaasummaa kan ibsu ta’uu. Yoomessi weelluu buxxuulaa kan hindaangoofne ta’uu, qooda fudhattoonni weelluu buxxuulaa hawaasa hunda keessumaa dargaggeessaafi dargaggeettii ta’uu, weelluun buxxuulaa yeroo ammaa sadarkaa dagatamurra gahuun isaa adda baheera. Yaboo qorannoo kanaa keessattis weelluu buxxuulaaf xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu kaa’ameera. en_US
dc.description.sponsorship Haramaya University en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Haramaya university en_US
dc.title XIINXALA WEELLUU BUXXUULAA OROMOO ARSII AANAA QOREE en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account