Likkituu Zawudee Lamuutiin
(Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2021-11)
Qoraannoon kun gaheewwan dubbii qolaa kitaabota barataa barnoota Afaan Oromoo kutaa
9ffaafi 10ffaa keessatti qabu xiinxaluudha.Dubbiin qolaa kitaabilee filaataman keessatti
xiyyeefaana keenameef xiiqadha.Kun immoo ...