| dc.contributor.author | Toleeraa Abdiisaa Gonfaa | |
| dc.contributor.author | Fiqaaduu Baldaa (Garga Pirofe) | |
| dc.date.accessioned | 2024-02-22T06:00:29Z | |
| dc.date.available | 2024-02-22T06:00:29Z | |
| dc.date.issued | 2024-02 | |
| dc.identifier.uri | http://ir.haramaya.edu.et//hru/handle/123456789/7461 | |
| dc.description | 66p. | en_US | 
| dc.description.abstract | Qorannoon kun mataduree '' Xiinxala Dhiyaannaa Hiika Jechootaa Barnoota Afaan Oromoo Kitaaba Barataa Kutaa 12ffaa keessatti '' jedhurratti xiyyeeffatee kan gaggeeffameedha. Kaayyoon qorannoo kanaa dhiyaannaa hiika jechootaa baranoota Afaan Oromoo kitaaba barataa kutaa 12ffaa bara 2005 maxxanfame xiinxaluudha. Galma ga'insa kaayyichaatiif kitaabni barataa xiinxalamee jira. Iddattoolee kunneen irraa ragaa walitti qabuuf ammoo meeshaalee funaansa ragaa sakatta'a dookumentii (harshammee) tti dhimma bahamee jira. Haalli filannaa iddattoo mala carraanalaakan ta'ee mala dhimmataan filatame. Innis hiika jechootaa barnoota Afaan Oromoo kutaa 12ffaati.Ragaan argame mala qorannoo akkamtaan ibsamee jira.Dhihaannaa hiika jechootaa kitaaba kana keessaa boqonnaadhaa gara boqonnaatti jiru fedhiifi sadarkaa barattootaaf xiyyeeffannoo kan hin kennamneefii ta'uu; walsimannaa boqonnaa tokkoo gara itti aanuutti jirus bakki kennameef xiqqaa ta'uunfi hiika jechootaa dhiyeessee barsiisuuf xiyyeeffannoon barbaachisu barachuu barattootaaf kan hin kennamne ta'uu hubatamee jira. Kanarraa kan ka'e, dhiyaannaan qabiyyee hiika jechootaa kitaabilee kanneen keessaa kan barattoota haala gaariin hirmaachisuun hiika jechootaa dammaqinaan akka baratan kan taasisu miti. Kanaafuu, dhiyaannaan hiika jechootaa barnoota Afaan Oromoo kitaaba barataa kutaa 12ffaa boqonnaalee keessatti qabiyyee hiika jechootaa dhiyaatan kitaabilee kana keessatti cimsuun akka barbaachisufi kanneen kitaaba barnoota Afaan Oromoo qopheessan xiyyeeffannoo guddaa kennuun gadii-olitti odeeffannoo funaanuun hiika jechootaa qopheessuu akka qaban qorannookanaanaddabaheera. | en_US | 
| dc.description.sponsorship | Haramaya University | en_US | 
| dc.language.iso | en | en_US | 
| dc.publisher | Haramaya University | en_US | 
| dc.title | QORANNOO SAGANTAABARNOOTAA DIGIRIILAMMAFFAA(MA) | en_US | 
| dc.type | Thesis | en_US |